1 Samuel 15:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guddaani Israeli d'ara indubbatu yokhaani heregi isaa garaingalu. Inni namaaniti, ka herega garagalfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin worra Israa'eliitii ulfinna ta'e akka namaa hin gaabbu; wonti akka namaa isa gaabbisiisu hin jiru; hin sobulle'e» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka ulfinna Israa'elii te'e, hin hollu yookiin hin gaabbu; inni nama waan hin te'iniif akka namaa hin gaabbu» jedheen.