1 Samuel 15:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, d'aqi gosa Amaleki had'i, hobaasi, waan worri qabu ch'ufa balleesi, woma tokole imhambisini; d'iira, nad'eeni, ijoolle didiqole ch'ufa hobaasi; looni, ree gaala, harreele ch'ufa hobaasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma dhaqii worra Amaaleqii dhayi waan isaan qaban maraa balleessi; isaan hin dhiisin; dhiira, dubartii, ijoollee, daa'imman, sangoota, hoolota, Gaalaa fi harriin maraa ajjeesi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati amma dhaqiitii Amaaleqoota loli; dhiiraa fi dubartii, ijoolle'ee fi annoolee, loon, hoolee, gaalaa fi harree waan tokkolle adoo hin hamburin waan isaan qabanu mara ijjumaa balleessi› jedha» jedhe.