1 Samuel 15:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samuelini waan jed'e, Agagi hayyu Amaleki natiini koota. Jennaani Agagini ka nahe hollate lubbuuni d'ufte garaa ufi keesati bada, dooti akami nama d'ibdi? jed'u isa dura d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel, «Mootii worra Amaaleqii Agaagiin as natti fidaa'a» jedhe; Agaagillee hollata'aa gara isaa dhufe «Adaa duuti akkana hadhooftu'uu?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saamu'el, «Mootii Amaaleqootaa Agaag naa fida'a!» jedhe; Agaagille, «Dhugumaan duuti hadhoottuun dabarteerti» jedhaa gammadaa gara isaa dhufe.