1 Samuel 15:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni qonqo gara worra Keni, ka duri ababooti worraa worra, Israeli qarqaarte gaafa worri lafa Misiri keesaa bahe, erge waan jed'e, Worra Amaleki biraa godaana, aka anini worra suni woliini isaani imballeesine. Tanaafi worri Keni kae biraa godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol worra Qeenotaatiin, «Ka'aa asii deemaa'a, waan hennaa worri Israa'elii biyya Misiriitii bawu waan isaanii arjoomtaniif worra Amaaleqii woliin akka isin hin balleessine isaan jiddu'uu baya'aa gad bu'aa'a» isaaniin jedhe; worri Qeenotaa isaan jiddu'uu bayanii deeman
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra Qenootaatiin, «Isin yennaa Israa'elooti biyya Gibxi'ii keessaa baatu waan dansaa isaaniif waan gootaneef, ani worra Amaaleqootaa woliin akka isin hin balleessine isaan irraa adda baya'a» jedhe; maarre worri Qenootaa Amaaleqoota irraa adda bayane.