1 Samuel 15:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni worra Amaleki had'e dabsate haga Havilaa fuud'e haga Shuri, ta lafa Misiritiini ilaboru jirtuti d'aabe;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol worra Amaaleqii Eewulaaxii jalqabee haga Suurii biyya Misirii afo'oo isaan dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol worra Amaaleqootaa Hawiilaa irraa jalqabee haga Shuurii ta Gibxii irraa karaa aduun baatu jirtuutitti lole.