1 Samuel 16:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan jed'eeni, Ilmaani d'ibi qabda, tana male? Yeseni waan jed'eeni, Maand'icha tokoti hafe ka tikha hooliye jiru. Samuelini waan jed'eeni, Isa gayyaami, haga inni d'ufuti nu sorio imbaafnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel Isseyiin «Ilma biraa ka hafe qabdaa?» jedheen. Inni, «Daa'imni diqqaan woyii hin jira; inni hoolota tissa» jedheen. Saamu'eel Isseyiin, «Haga inni dhufuuf ciincaa hin dhiyeessinuu nama itti ergii isa nuu waamsisi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni Iseyiin, «Ilmaan teeti tanuma calla'aa?» jedhee gaafate. Iseyille, «Maandhich isaan maraa hin dhunne; inni hoolee tissiisatti jira» jedhee deebise; Saamu'elille, «Haga inni dhufutti nuuti waan gad hin teenneef, itti ergiitii isa fichisiisi!» jedhe.