1 Samuel 16:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yeseni nama erge isa yaame. Inni diima gabba mid'aaga, ilti qanqurti qabdi. Jennaani AABBO Waaqi waan Samuelini jed'e, Ka fed'ani, kana kai, muudi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee nama itti ergee waamsisee fijjisiise; mucaan diimaa ija keessa bareedu ture; Rabbi «Namni ani filadhe kanaa ka'ii muudi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni nama itti ergee isa fichisiise; innille diimaa, nama miidhagaa ila kuulle'ee ti. Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Saa'oliin, «Nami ani filadhe isa kana; ka'iitii isa muudi!» jedhe.