1 Samuel 16:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini d'ad'a fuud'e, oboleyaani isaa durati Daudi muude. Hojuma suni lubbuuni AABBO Waaqa jabeennaani isa ira buute deebite isa biraa indeemne. Jennaani Samuelini Ramati deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel buuchoo sayiti'ii fuudhee obboleewwan isaa jiddu'utti isa muude; guyyaa san irraa jalqabee Hafuurri Rabbii hunna gudda'aan Daawitiin irratti bu'e; Saamu'eel ka'ee gara Raama'aa dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'elille gaafa Zayiti'iin guutame fuudhee obboleeyyan isaa duratti isa muude; guyyaa sanii jalqabee Ayyaanni Mootii Waan Maraa Daawiti irratti bu'e; achiin duuba Saamu'el gara Raama'aa deebi'e.