1 Samuel 16:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni AABBO Waaqa Saulo biraa deemte, AABBO Waaqi jinni iti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii Saa'oliin irraa waan fagaateef hafuura hamaa Rabbi itti ergee isa rakkisa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Mootii Waan Maraa Saa'ol irraa fagaatee, ayyaanni hamaan ajaja Mootii Waan Maraatiin ergame isa rakkise.