1 Samuel 16:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni isaa waan isaani jette, Nu ya garre aka jinnini AABBO Waaqi siti erge si gaargalchuu jirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni Saa'olii, «Kunoo hafuurri hamaan Rabbi sitti erge si rakkisa'aara,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti Saa'olii isaan, «Kunoo, ayyaanni hamaan ajaja Mootii Waan Maraatiin ergamee si rakkisiisatti jira.