1 Samuel 16:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Sauloni waan worraani jed'e, Nama kiraari aka dansaa tabachu beekhu barbaada, natiini koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol garboota ufiitiin «Nama kabalaa midhaassee dhawu soqa'aa naa fidaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saa'ol tajaajiltoota ifiitiin, «Nama akka dansaa kiraara guddicha taphatu barbaada'aatii naa fida'a!» jedhe.