1 Samuel 16:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattu isaa toko waan jed'eeni, Anini gurba toko, ka Yese ka worra Bethlehemu, ka aka dansaa kiraari d'au beekhu, imbeekha. Inni ammalle janna mid'aaga, askarti dansa, ammalle guddo dubbi beekha. AABBO Waaqileeni isa woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboota isaa keessaa namni tokko «Nama kabalaa midhaassee dhawu ilma Isseyii nama Beeteliheemii arge; inni nama jaba'a; dubbi'itti ogeessa; bifti isaallee bareeda; Rabbillee isa woliin jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltoota keessaa tokko, «Nama kiraara guddicha akka dansaa taphatu ilma Iseyii nama biyya Betlihemii dhaggeera; inni janna, ka lola dande'u, nama dubbii beekuu fi nama dhaaba tolu; Mootiin Waan Maraalle isa woliin jira» jedhee deebise.