1 Samuel 16:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni asi, hojja jinnini AABBO Waaqi erge Sauloti d'uftu ch'ufa, Daudini kiraari isaa fud'ate tabataafi. Duuba jinnini sunini Saulo iraa deebiite, isa miiri iti deebie gooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san irraa jalqabee hennaa Rabbi hafuura hamaa gara Saa'olii ergu maraa Daawiti kabalaa ufii kaasee dhaya, yoo san hafuurri hamaan isa dhiisee waan deemuuf woyyatee fayyaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni hamaan Waaqa biraa gara Saa'olii yennaa dhufu, Daawiti kiraara guddicha taphataayyu; Saa'olille fayyee ayyaanni hamaan sun isa irraa fagaataayyu.