1 Samuel 16:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, naguma d'ufe; anini sorio AABBO Waaqa baasu d'ufe, isani ufi qulqulleesa, na woliini koota jed'eeni. Jennaani inni Yesefi ilmaani isaatini, ufi qulqulleesa jed'e, sorioti yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Nagayuma dhufe! ciincaa Rabbii dhiyeessu'uuf dhufe; woyyoota ta'aa'a! gara hulee ciinca'aa na woliin koottaa'a» jedhe; Isseyii fi ijoollee isaa gara hulee ciinca'aa waamee isaan woyyoomse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el deebisee, «Ee nagewuma; ani Mootii Waan Maraatiif ciincaa dhikeessiisaaf dhufe; isinille ifi woyyoonsa'aatii na woliin gara ciinca'aa kowa'a» jedhe; achiin duuba inni Iseyii fi ilmaan isaa woyyoonsee gara ciinca'aa san akka dhufanu isaan waame.