1 Samuel 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ufe jennaani Samuelini Eliabu arge, waan garaa keesati ufiini jed'e, Nami arma AABBO Waaqa dura eju kunini d'uguma nama inni fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga achi gayan Saamu'eel ilma Isseyii Eeliyaabiin argee «Namni Rabbi muudu kana» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa achi geyane, Saamu'el isaan keessaa Eliiyaab dhaggee, «Dhugumaan nami Mootiin Waan Maraa muude, Mootii Waan Maraa dura kunoo, dhaabbateera» jedhee herrege.