1 Samuel 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan isaani jed'e, D'eerinnaafi mid'aaguma isaa iniilalini, anini yayu isa dide. AABBO Waaqi waan nami laalu iniilaalu. Nami nama nafuma ala laala, ammo AABBO Waaqi garaa keesa ilaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu Saamu'eeliin «Fuula isaatii fi dheerinna hojjaa isaa hin laalin; akka namni itti laalutti Rabbi waan hin laalleef isa tuffadheera» jedheen. Namni fuula laala; Rabbi ammo keessa garaa namaa laala» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo Saamu'eliin, «Ani waan isa tuffadheef bifa isaa yookiin dheerinna hojjaa isaa hin ilaalin; Mootiin Waan Maraa akka nami ilaalu hin ilaalu; nami fuula ilaala; Mootiin Waan Maraa ammoo qalbii ilaala» jedhe.