1 Samuel 16:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yeseni Abinadabu yaame Samueli duraa d'ufe. Ammo Samuelini waan jed'e, AABBO Waaqi kanale infohanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Isseyi ilma ufii Aminaadaabiin waamee gara Saamu'eelii fide; Saamu'eel «Kana Rabbi hin filanne» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Isey Abinaadaab waamee fuula Saamu'elii dura akka dabaru godhe; Saamu'el ammoo, «Mootiin Waan Maraa isa kanalle hin filanne» jedheen.