1 Samuel 16:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yeseni Shamani d'ufe Samuelini ammalle waan jed'e, Kanale AABBO Waaqi infohanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isseyi ammallee ilma ufii Saamaa gara isaa fide; Saamu'eel garuu, «Kanallee Rabbi hin filanne» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iseyille Shamaa fuula isaa dura akka dabaru godhe; Saamu'el ammoo, «Mootiin Waan Maraa isalle hin filanne» jedhe.