1 Samuel 17:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ilma Yeseti, ka gosa Efrathi, ka worri isaani dira Bethlehemu, ka lafa Yuda. Yeseni ilmaani saddeeti qaba, bara Sauloni nama fide suni inni waan jaare hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ilma Isseyii nama gosa Eefraata'aa ka Beeteliheemii Yihuudaa keessa jiraatuuti; Isseyi ilmaan saddeet qaba; bara Saa'ol mootii ta'u Isseyi umuri'iin nama guddaa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ilma Iseyii nama biyya Efraata'aa, ka biyya Yihuda'aa qachaa Betlihemii keessa le'uu ti. Isey ilmaan dhiiraa saddeeti qabaayyu; bara Saa'olii keessa inni guddatee dulloomeeraayyu.