1 Samuel 17:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani isaa gugurdoni nami sadi yayu Saulo woliini duula d'at'e. Angafi Eliabu, ka iti aanu Abinadabu, ka sadeesoleeni Shama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan Isseyii gugurdoon sadiin Saa'oliin woliin duula dhaqan; maqaan ilmaan duula dhaxxee ka hangafaa Eeliyaabi, ka lammeesso'oo Aminaadaab ka sadeesso'oo ammo Saama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Iseyii gugurdoon sad lolaaf Saa'ol woliin duulaneeraniiyyu; maqaan ilmaan isaa ka lolaaf duulanee, angafichi Eliiyaab, ka lammeesso'oo Abinaadaab, ka sadeesso'oo Shama'a.