1 Samuel 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ilma maand'a, duuba haga oboleyaani isaa gugurdoni sadeeni taani Saulo gula yaatu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti nama maraa keessaa quxisu'u; ijoolleen sadiin gugurdoon Saa'oliin faanaa lolaaf bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti isaan maraaf maandhicha; obboleeyyan isaa gugurdoon sad Saa'ol woliin duulane;