1 Samuel 17:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Goliathini guyya afurtama diiramafi galgala gabahe, askarti Israeli ch'ompifata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi worra Filisxeemiillee ganamaa fi galgala dhufa'aa haga guyyaa afurtamaa mudhata'aa dhaadata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami biyya Filisxeemotaa sun guyyaa afurtama ganamaa fi galgala loltoota Israa'elootaa dura dhufee dhaabbataayyu.