1 Samuel 17:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ititu qooda kud'ani tana gudda askartiti geesi. Waan oboleyaani tante keesa jirtu hubad'u ammalle waan aka atini worra garte na garsiisa natiini kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shalalaa keree kudhanii kanallee qabadhuutii ajajaa loltuu kumaatitti fidii kennii waan obboleewwan tee keessa jiran gaafadhuutii deebi'i;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itittuu goge kudhan kanalle ajajaa loltootaatiif geessi; obboleeyyan teeti nageyaan akka jiranu ilaaliitii, nageyaan jiraatiisa isaanii beessisa isaan biraa fidii koy.