1 Samuel 17:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saulofi oboleyaani tanteetifi worra Israeli kaani ch'ufti bale Eela jed'ani keesa jirani, aka worra Filisti had'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'olii fi ijoolleen sunniin worri Israa'eliillee dhooqa Eela'aatitti wol gayanii worra Filisxeemiitiin wol lola'aaranii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Saa'olii fi Israa'eloota mara woliin dhooqa Elaa keessatti Filisxeemota loliisatti jiran» jedhe.