1 Samuel 17:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni tae worraani woliini haasau, Goliathini namichi jabaani Filisti kaani, askarti isaani keesa gad'ufe, akuma qara kaani worra Israeli kaani ch'ompifate, ka Daudini d'agayu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma inni isaan woliin qaaqa'aaru namichi ani worra Filisxeemii ka biyya Geetii duultota worra Filisxeemii keessaa bayee waan inni dubbate sanillee Daawiti dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni obboleeyyan ifii woliin adoo haasowiisatti jiruu, Goliyaad nami janni worra Filisxeemotaa ka biyya Gaatiitii dhufe, tarree loltootaa keessaa bayee akkuma qaraa dhaadatuun, Daawiti isa dhage'e.