1 Samuel 17:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan woliini jed'ani, Nama kana laala aka inni nu ch'ompifatu; hayyichi keenna Sauloni nama isa ijeese waan guddo kennaafi intala ufile fuusise worra isaani damoosa ira imfud'ani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii, «Nama gaafuu Israa'eliin miidhu'uuf bawu kana argitanii? Nama nama kana ajjeese mootichi hin duroomsa; mucattii ufii itti heerumsiisa; worra Israa'elii keessatti maatiin abbaa isaa gibira akka hin gabbarre bilisa taasisa» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, wol wolille'een, «Nama guyyuma guyya'aan dhufee Israa'eloota arrassu kana hin dhaggitan. Nama isa ijjeeseef mootichi karra bacaa hin kenna. Intala ifiille isa fuusisee, maatii abbaa isaalle biyya Israa'elii keessatti gibira akka hin kaffalle hin godha» jedhane.