1 Samuel 17:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eege inni nama d'ibileti garagale dubbi suni gaafate, nami sunileeni ch'ufti akuma qara kaani iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti isa irraa gara nama biraa garagalee gaafima san gaafate; isaan woma duraa san jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara nama dhibi'ii deebi'ee, gaaffuma san deebisee gaafate; namootille deebuma qaraa taan isaaf deebisane.