1 Samuel 17:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni waan jed'eeni, Laki, atini isa had'u indandeetu, atini ammalle ijoolle inni haga kaimoma isaati asi askartuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Daawitiin «Ati waan daa'ima taateef, inni garuu ijoollummaa ufii irraa jalqabee nama lolaa waan ta'eef dhaxxee nama Filisxeemii saniin loluu hin dandeettu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'olille deebisee Daawitiin, «Ati ijoolle'e; inni garuu dargaggummaa ifiitiin jalqabee lola waan barateeruuf, Filisxeemicha kana woliin wol loliisaaf hin dandeettu» jedheen.