1 Samuel 17:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini reebe had'e iraa buusa. Hojja nyeench'i yokhaani gorjami suni nati garagalu, lubbu qabe d'ae ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani faana fiigee dhayee afaanii buusisiisa'aa ture; yoma inni natti deebi'e kokkee isaa hudhee qabee ajjeesa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
reebee dhowee irraa buusa. Yennaa inni natti garagalu laagadaa isaa hudhee dhowee isa ijjeesaayyu.