1 Samuel 17:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nyeench'afi gorjamale ya ijeese, namicha aada inqamne, ka Filisti kana, ka askarti Waaqa jiru tae ch'ompifatu kanale inuma ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani garbichi kee ka leencaa fi yeyyii dhawu namicha Filisxeemii faficha kana waan duultota Rabbii jiraata'aa kana tuttuqeef akkuma busaawaa hoolota nyaachu'uuf dhufu san godhe isallee akkasuma godha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaan keeti neenqaa fi doobbaalle ijjeeseera; Filisxeemichi kun ka haqanqabaa hin qabatin, loltoota Waaqa jiraata'aa waan arrasseef, innille akkuma bineensota san keessaa tokkochaa hin te'a.