1 Samuel 17:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ka qeench'a nyeench'atiifi ka gorjama jala na baasu harka namicha Filisti kanale jaaluma na baasa. Jennaani Sauloni waan jed'eeni, Beeni, AABBO Waaqi si qarqarina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Rabbiin leencaa fi yeyyii jalaa na baase namicha worra Filisxeemii kana jalaallee na baasa jedhe; Saa'ol Daawitiin «Deemi Rabbi si woliin ta'aa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka kottee neenqaatii fi kottee doobba'aa jalaa na baase sun harka Filisxeemichaa jalalle'ee na hin baasa» jedhe. Saa'olille Daawitiin, «Dhaqi, Mootiin Waan Maraa si woliin jiraatuu ti,» jedhe.