1 Samuel 17:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guyyuma kana harka kiyyati si kenne anini sii d'ae mata sira kuta. Ammalle reefa askarti Filisti allaatiifi bineensa ala nyaachisa. Duuba akasiini nami lafa keesa jiru ch'ufti, aka Israeli keesa Waaqi jiru, beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi adha akka ani si mooyadhu godha; ani si dhaya morma kee si irraa mura; reeffa worra loltoota Filisxeemii allaatti'ii fi busaawaa lafa irra jiraatuu kenna; kunillee Waandhi Israa'elii akka jiru akka beettu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyyi lafaa marti Israa'el keessa Waaqi akka jiru akka beettuuf, adha Mootiin Waan Maraa harka kiyyatti dabarsee si hin kenna. Ani dhowee si jissee mataa keeti si irraa hin kuta; guyyaa adhaa reeffa loltoota Filisxeemotaa allaatotaa fi bineensotaafille hin kenna.