1 Samuel 17:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nami arma jiru, ka wolti bahe kunini ch'ufti aka AABBO Waaqi goraade yokhaani woraana male gumi ufi baasu arga. Lola isati dabsata, isani ch'ufale amuma harka keennati kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kunillee Rabbi akka guraade'ee fi woraanaan fayyisu akka hin taane akka beekuu fi lolli ka Rabbii waan ta'eef Rabbi akka nu isin mooyannu godha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri asitti wolitti qabame marti Mootiin Waan Maraa shallaaga'aan yookiin ebo'oon akka nama hin baanne hin beekan; lolli ka Mootii Waan Maraa waan te'eef, isin mara harka keennatti dabarsee hin kenna» jedhe.