1 Samuel 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni kofia sibiila diimani mid'aasani matati keeyate koti sibiila diimani mid'aasani, ka ulfinni isaa kilo shantami torba, keeyate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gulloo sibiila diima'aa mata'atti godhatee uffata sibiilaa uffatee ture; madaalliin sibiilaa ka inni uffateeru saqilii shantamii torba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gullee sageettuu irraa hujante mata'atti keyatee, qomoo sageettuu irraa hujante meya lolaa ta kiiloogiraama shantamii torbaa uffateeraayyu.