1 Samuel 17:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani iti ch'ee ira eje, goraade Goliathi qalqala keesaa fuud'e, mata iraa kute ijeese. Worri Filisti aka jabaani worraa due arge jennaani kae baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti fiigee namicha Filisxeemii reeffa Gooliyaadii irra dhaabatee guraadee isaa qola keessaa luqqisee morma isaa mure. Worri Filisxeemii janni isaanii akka du'e haga argan hin dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti gara isaa fiigee isa gubbaa dhaabbate. Inni shallaagaa isaatuu gonofaa isaa keessaa buqqifatee, ittiin mataa isaa irraa mure. Worri Filisxeemotaa gooti isaanii akka du'e yennaa dhaggane deebi'anee baqatane.