1 Samuel 17:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israelitiifi ka Yuda iyye kara Gathitifi ka fullo Ekroni worra reebe. Reefi worra kara Shaarimuti deemu fulla ch'ufa keesa ch'iisa, haga Gathifi Ekroni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa worri Israa'eliitii fi worri Yihuuda'aa ka'anii ililfata'aa dhaadata'aa worra Filisxeemii haga biyya Geetiitii fi Asqaloona'aa isaan ari'an; reeffi worra Filisxeemii keessaa biyya Sha'aaraa'imii irraa jalqabee haga biyya Geetiitii fi Aqaaroonii worri karaa irratti dhayaman karama irratti kufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri Israa'eliitii fi Yihuda'aa ka'anee qeexalaa, worra Filisxeemotaa haga seensuma Gaatiitii fi haga karra Eqroonii ari'ane. Maarre reeffi Filisxeemotaa karaa Sha'araayimii irraa haga Gaatiitii fi haga Eqrooniititti jijjige.