1 Samuel 17:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini mata Goliathi fuud'e Yerusalemuti geese, ammo miha isa ka lola waaro ufitini galate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mataa namicha Filisxeemii san qabatee gara Yeruusaalemii dhufe; woraanaa fi wontee ufii garuu daasema keessatti dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille mataa Filisxeemichaa fuudhee gara Yerusaalemii geesse; meya lolaa ka isaa ammoo dunkaanii ifii keessa keyate.