1 Samuel 17:55 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni hojja Daudini Goliathi had'u deemu arge jennaani waan Abineri gudda askarti isatini jed'e, Abineri, gurbaani kunini ilma eenu? Abinerini waan jed'eeni, Anini imbeekhu, aabbo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol hennaa Daawiti gara namicha biyya Filisxeemii dhaqu argee, ajajaa loltootaa Abeeneriin, «Mucaan kun ilma eennuuti?» jedheen; Abeenerillee, «Mootii kiyya! ani lubbuu teetiin kakadhee ilma eennuu akka ta'e hin beeku» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Filisxeemicha loliisaaf deemuun Saa'ol yennaa dhagge, ajajaa loltootaa Abneeriin, «Abneer, dargaggeessi kun ilma eennuu ti?» jedhee gaafate. Abneerille, «Ee mooticha, du'a lubbuu teetiitiin kakadha, ilma eennuu akka inni te'e, ani hin beeku» jedhee deebise.