1 Samuel 17:58 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni waan jed'eeni, Gurba, atini ilma eenu? Daudini, anini ilma hojattu kanke Yese ka Bethlehemu jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol «Ati mucaa nana ilma eennuuti?» jedhee isa gaafate; Daawiti «Ani ilma Isseyii hojjataa kee ka Beeteeliin keessa jiraatuuti» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol isaan, «Dargaggeessa kana, ati ilma eennuu ti?» jedhee gaafate. Daawitille isaan, «Ani ilma tajaajilaa keeti ka Iseyii nama qachaa Betlihemii ti» jedhe.