1 Samuel 17:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
miila isaleti inni sibiila diima keeyate woraana sibiila diimani mid'aasani gurmu ira keeyate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Luka isaa irra gambaallee sibiilaatitu jira; woraanni sibiilla diimaa irraa hojjatame gurmuu isaa irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan akka quncee mukaa ta sageettuu irraa hujante miila ifiititti hidhatee, urdee sageettuu irraa hujante gurmuu ifii irraa qabaayyu.