1 Samuel 17:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Soometi woraana isaa haguma utuba geeti, ulfinni mata woraana isaa kilo torba askarticha tokoti isa dura deema, ka wonte jala baatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soomayyuun woraana isaa akka soomaya jirbi'iin dhayaniiti. Madaalliin woraana isaa saqilii torba; namni isa woliin lolu isa afoo deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Somey eboo isaa muka worri woyaa dhowu, woyaa dhowe san itti maru geettiiyyu; sibiilli eboo isaalle gara kiiloogiraama torbaa ti; tajaajilaan wontee isaa ba'atu isa dura deemaayyu.