1 Samuel 18:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyyaate Waaqi jinni Sauloti erge, jinnini sunini isa qaabatte mana isa keesati marachite. Daudini akuma guyya ch'ufa tolche kaani kiraari d'au jira, ammo Sauloni woraana harkaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bariisaa san Saa'oliin hafuurri hamaan Rabbiin biraa ergame dhufee isa qabe; achiin maayessa inni mana ufii keessatti akka maraattu'uutitti qaaqa'aa ture; Daawiti akkuma duraanii meeshaa faaru'uutiin taphata'aa ture; Saa'ol ammo sibiila ufii harkatti qabateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa, ayyaanni hamaan Waaqa biraa Saa'ol irratti bu'e; Daawiti akkuma qaraa kiraara guddicha yennaa taphatu, Saa'ol mana ifii keessatti akka nama maraata'aa dubbatiisatti jiraayyu; Saa'ol eboo ifiille harkatti qabateeraayyu.