1 Samuel 18:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni woraana suni maro lama darbe waan jed'e, Anini Daudi akana woraane manati mat'ansa; ammo Daudini maro lachu miliqe duraa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol, «Daawitiin woraanee dhaaba manaatiin wolitti isa maxxansa!» jedhee sibiilaan darbate; inni garuu harka lama jalaa miliqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Daawiti dhaaba manaa woliin wolitti qassiisa» jedhee herregee eboo darbate; Daawiti garuu yennaa lama isa duraa miliqe.