1 Samuel 18:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami Israelifi Yuda keesa jiru ch'ufti Daudi jaalate, waan inni nama dansa nama dura deemu tahe waan ch'ufa dabsateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu waan inni isaan afo'otti baya'aa galuuf baniin Israa'eliitii fi baniin Yihuuda'aa maruu Daawitiin jaalatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka isaan sooressu isa waan te'eef, namooti Israa'eliitii fi Yihuda'aa marti ammoo Daawiti jaalatane.