1 Samuel 18:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni waan Daudini jed'e intala tiyya guddo ta Merabu jed'ani tana sii keenna, hod'i, fuud'i. Ammo hojja fuute askarti janna tate AABBO Waaqa hojachu malte. (Sauloni waan ufiini jed'e, Anini harka kiyyaani isa intuqu, ha worri Filisti isa ijeesuti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Saa'ol Daawitiin «Mucattiin tiyya ta hangafaa Meeroob kunooti; ani isii sitti heerumsiisa; atummaan naa qaroomi; waan lola Rabbiitiifillee janna ta'i» jedheen; Saa'ol wonti waan kana jedheef ufii isa ajjeesuu hin barbaadu akka inni harka Filisxeemotaatitti du'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol Daawitiin, «Kunoo, ani intala tiyya angafittii Meraab si'iif hin kenna. Atummaan ilma goota naaf te'iitii lola Mootii Waan Maraa loli» jedhe; Saa'ol gadhaa ifii keessatti, «Filisxeemoti isa ijjeettuu ti malee, ani isa hin ijjeesu» jedhee herregeeraayyu.