1 Samuel 18:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba intalti Saulo ta Mikali jed'ani guddo Daudi jaalate; Sauloni akasi d'agaye jennaani guddo gammade waan
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu malee mucattiin Saa'olii ta Milkool jedhamtu Daawitiin jaalatte; Saa'ol haga waan kana dhagaye hin gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Intalti Saa'olii Milkaal garuu Daawiti jaalatte; Saa'olille tana dhage'e gammade.