1 Samuel 18:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ufiini jed'e, Anini Mikali Daudii keenna, aka isiini t'urura iti taate duuba worri Filisti isa ijeesu. Duuba maro lameeso Sauloni waan Daudini jed'e intala tiyya fuud'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni onnee ufii keessatti «Milkooliin Daawitii kenna isii akka Daawitiin naa qabsiiftu godha; achiin maayessa inni harka worra Filisxeemiititti du'a» jedhee yaade; kanaafuu Saa'ol Daawitiin hennaa lammeesso'oo waamee, «Soddaa naa taata» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol gadhaa ifii keessatti, «Akka isiin tiyyoo isaaf teetee, innille harka Filisxeemotaatitti du'u, ani isii isaaf hin kenna» jedhee herrege. Tanaaf Saa'ol Daawitiin, «Kunoo, ati yennaa lammeesso'oo soddaa naaf hin teeta» jedhe