1 Samuel 18:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni hojattu ufi yaame waan jed'eeni, Daudi yaama, kobati, haasaani, waan jettaniini, Hayyuuni ya si maache, hojattuuni isaleeni ya si jaalate. Tanaafi amma intala isaa fuud'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol hojjattoota ufiitiin «Waan mootichinii fi hojjattoonni isaa maruu guddisanii si jaalataniiraniif soddaa mootichaa ta'i jedha'aatii dhossa'atti Daawititti himaa'a» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol tajaajiltoota ifii ajajee, «Daawitiin, ‹Kunoo, mootichi sitti gammadeera; tajaajiltooti isaalle martinuu waan si jaalatanuuf soddaa isaa te'i› jedha'aatii dhossa'aan itti hima'a» jedhe.