1 Samuel 18:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba dubbi tana Dauditi himani jennaani inni waan jed'e, Isani sodda hayyu tahiti waan diqo seetani? Anini hiyyeesa, namileeni na imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoonni Saa'olii dubbii kana dhaqanii Daawititti dhossa'aan itti himan; Daawiti hojjattoota Saa'oliitiin «Namni akka kiyyaa hiyyeessi kun soddaa mooti'ii ta'uun waan salphaa isinitti fakkaataa?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre tajaajiltooti Saa'olii dubbii tana Daawititti himane; Daawitille, «Ani nami hiyyeessi, ka gurra dansaa hin qanne, Soddaa mootichaa te'iisi waan kasoo isinitti fakkaattee?» jedheen.