1 Samuel 18:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni waan jed'eeni, Waan isani Daudini jettani, Wonti qarat'a intala ka hayyuuni sira fed'u missa d'ibba lama ka atini worra Filisti ijeefte murate duuba akasiini haalo na baaftu jed'e. (Akanaani Sauloni aka worri Filisti Daudi ijeesu malate.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Daawiti akka harka worra Filisxeemotaatitti du'u yaadee mootichi, «Diintota mootichaa keessaa misa nama dhibbaa malee gabbara biraa si irraa hin barbaadu» jedha'aa Daawititti himaa'a isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol deebisee, « ‹Mootichi diinota ifii haluu bayiisaaf akka ati Filisxeemota dhibba tokko yakkattee shoggoraa isaanii fiddu malee, maraa intalaa waan dhibii si irraa hin barbaadu› jedha'aatii Daawititti hima'a» jedhe. Saa'ol akka Daawiti harka Filisxeemotaatitti du'uuf tana herrege.